Borena Zone Health Office

Borena Zone Health Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Borena Zone Health Office, Public & Government Service, Yabelo.

Biiroon Fayyaa Oromiyaa Loogoo Haaraa ifoomse.Biiroon Fayyaa Oromiyaa loogoo biirichaa bifa haaraan qopheesse ifoomseera...
30/09/2022

Biiroon Fayyaa Oromiyaa Loogoo Haaraa ifoomse.

Biiroon Fayyaa Oromiyaa loogoo biirichaa bifa haaraan qopheesse ifoomseera.

Jiraattota Godina Boorana hundaaf: Duulli talaallii ittisa dhibee FINNOO(Measles SIAs Vaccination Campaign) bori 23/10/2...
29/06/2020

Jiraattota Godina Boorana hundaaf:
Duulli talaallii ittisa dhibee FINNOO(Measles SIAs Vaccination Campaign) bori 23/10/2012 haga 2/11/2012tti guyyoota 10f in geggeeffama. Talaalliin kun dhaabilee fayyaa hundaatti akkasumas bakkeewwan jiddu galeessaa hawaasaa ta'anitti dhaabbiin(at fixed Post) in kennama.

Kanaaf, maatiin daa’imman umuriin isaanii ji'a 9 haga ganna 5 ta'an qabdan hundii keessan guyyoota 10nan dhufanitti daa'imman keessan akka talaalchiftan kabaja guddaan isan beeksifna!

Gama biraatiin yeroo daa'imman keenna gara buufata talaallii finnu fageenna meetira 2 wal-irraa fagaachuun, harka keennaa bisaanii fi saamunaan dhiqachuun akkasumas afaanii fi funnaan keenna aguuggachuun dhibee 'Virus corona' irraa ufii fi daa'imman keenna haa ittifnuun dhaamsa keenna.

Talaalliin mirga daa'immaniiti!
Talaalchisuun dirqama maatiiti!

Waajira Eegumsa Fayyaa Godina Booranaa irraa.

hubannoon sosochii ittisaa dhibee vaayirasii koroonaa hardha bulchiinsa magaalaa Haroo bakkeetti kennamaa Olee jira.@@@@...
29/06/2020

hubannoon sosochii ittisaa dhibee vaayirasii koroonaa hardha bulchiinsa magaalaa Haroo bakkeetti kennamaa Olee jira.
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@.

( WDhMAY - Aanaa Yaaballoo)

Waxabajjii 21/2012.
Godina Booranaa Aanaa yaaballoo bulchiinsa magaalaa Haroo bakkeetti hubannoon Sosochii ittisaa dhibee vaayirasii koroonaa qindoomina wajjira fayyaa Godina, wajjira Fayyaa Aanaa Yaaballoo, Dhaabbata fannoo diimaa damee godina Booranaa, Abbootii amantaafi dhaabbilee mit- mootummaa adda addaatiin kennamte jirti.

Hubannoo kanarraatti dabalatanis ogeeyyii fayyaa, kutaalee hawaasaa fi hoggaansi garaagaraa hubannoo kana kennani jiru.

Hubannoon kennama ha jiraattuu malee hawaasii hubannoo kana sirriitti fudhatee hojirraa Oolchuuraatti hanqinni baldha qabachuuf dhibee tan Ummatni keenna seeseffachan jiraachuutti muldhataa.

Yeroo amma dhukkubii kun saffisaan baballataa waan jiruuf hubannoo kun irraa deebiin gandoota baadiyaa Aanichaa keessaatti kennama jiraachuuf yeroo Oomishaa galfattaan Of eeggannoo taasisuun gorsa Ogeessa Faayyaaf qajeelfama mootummaan gadii busee hordoofuuf dhageeffachuu qabna.

"Waliin taane koroonaa ufif maatii teenna irraa ha ittifnu"

@@@@@@@@ Horaa bulaa@@@@@

 -19 Update, as of June 28, 2020
28/06/2020

-19 Update, as of June 28, 2020

Common protection Tips of Covid-19
28/06/2020

Common protection Tips of Covid-19

Corona Update as of 27-06-2020
27/06/2020

Corona Update as of 27-06-2020

  update, as of June 26, 2020
26/06/2020

update, as of June 26, 2020

  hojji Ittisaa fi To'annoo dhibee Koroonaa cimsuuf gaama Dhaabata  -mootummaatiin godhama jiru cimmee itti fufee jira.✍...
25/06/2020

hojji Ittisaa fi To'annoo dhibee Koroonaa cimsuuf gaama Dhaabata -mootummaatiin godhama jiru cimmee itti fufee jira.
✍️ Guyyaa hardhaa (18-10-2012 ) walta'insa Dhabatalee Mit-mootummaa , fi Meshaalee akka Samunaa, 'Hand Sanitizer' fi 'plastic Bucket' kana dhiqanaa harkaatiif oolan Kana qarshii Miliyyoona 4 ga'u nuf arjoomamee jira.
👉 Dabalataniis Meshaalee baruu gara garaa kana hubannoo hawaasaa cimsuuf olaan gumaachaan jiru.
👉 Nutis, dhabatalee kanneen maqa hawaasa Godinaa kennaattii galatefachaa, Meshaalee kaneen akka tajaajila hawaasatiif oluuf Analee kennaaf rabsu jalqabne jira.

 -19 Update Borena Zone as of June 25,2020
25/06/2020

-19 Update Borena Zone as of June 25,2020

25/06/2020
Hojiin hubbannoo kennu Dhibee Koroona  Godina Booranatti bifaa addaatti Garee(Team) hunda'een kennamuu jalqabe jira...++...
25/06/2020

Hojiin hubbannoo kennu Dhibee Koroona Godina Booranatti bifaa addaatti Garee(Team) hunda'een kennamuu jalqabe jira...
++++===============++++++
Gareen kunis==
1.Oggeeyyi ol'aanoo Hospitaala Waligala Ya'aballo.
2.Oggeeyyi Qaj.F.Godina.
3.Abbootti Amantaa garagara irraa.
4.Jarsollee Biyyaa fi Namoota dandeetti addaa hawaasa amansiisu qabani.
5.Dhaabbatta Fannoo Diimaa fi Deeggarsa Dhaabbilee mit.moottummaa gargara
waliin ta'uun Aanalee Godina keenna (iddoo gabayaa, manneen nyaata, iddoo hawaaasni itti heddumattuuti) barsiisu jalqabe jira..
+++++===========+++++++++
Gareen kun guyyaa hardhaa Aanaa Yaballoo iddoo Gabaya Didaa haraa irraa kan jalqabe yoo ta'uu.
Hoggaansa Aanaa Yaballoo, Oggeeyyi fayya Aanaa fi Buufata fayya Dikaalee waliin guddoo hawaasa keenna barsiisa ollee jirra. Caarraa kanaan Hoggansaa fi Oggeessa Aanaa Yaballoon galatooma jecha,..guyyoota afran dhufaani Aanaa godinaa keenna biraa irra socho'an kan barsiisan ta'a.
-------------------------------%---------------
" Waaqii dhibee koroona irraa haa nuu eegu, nutis off haa eegnun dhamsa keenna" !!

Fayyaa Ta'aa.

Address

Yabelo

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borena Zone Health Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Borena Zone Health Office:

Shortcuts

Share