Adami Tullu Woreda Communication Office

Adami Tullu Woreda Communication Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adami Tullu Woreda Communication Office, Government Organization, Batu, Ziway.
(3)

03/09/2026
Gaarummaa Olka'insa Biyyaaf!Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Mana Barums...
03/09/2026

Gaarummaa Olka'insa Biyyaaf!

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Mana Barumsa Gaalloo Hiraphee Sadarkaa 1ffaatti deegarsi meeshaalee barnootaa barattoota maatii harka qalleeyyii ta'aniif taasifame.

Tajaajilli lammummaa erga bu'uura seeraan qajeelfama mataa isaa qabaachuun caasaalee sadarkaan jiraniin xiyyeeffannoo argatee irratti hojjetameen asitti harka qalleeyyotaaf gaaddisa ta'uun, duudhaa waliif birmachuufi waliif yaaduu Oromoon qabu bakka isaa ganamaatti deebisuun sirna itti fufiinsa qabaatu ta'eera.

Waggaa waggaanis barattoota harka qalleeyyii, maatii rakkoo ulfaataa keessa jiraniifi barattoota maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'aniif meeshaaleen barnootaa Dabtaraa,Boorsaa fi Qaalamni adda addaa deeggarsi taasifamee.

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiis...
03/09/2026

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiisaan 1ffaan mana maree 14ffaa bara 2018tii geggeeffamuun eegalee.

Karoorrii of danda'uu bara 2019 Bulchiinsa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Karaa Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Obbo Gammadoo Xeffootiin dhiyyataa jira.

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Ganda Gaalloo Hiraphee fi Ganda Elellaa...
03/09/2026

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Ganda Gaalloo Hiraphee fi Ganda Elellaan Abaabuutti Inisheetiiviin biqiltuu mudura Kaashoo nyaata namatiif oolu dhabamee misooma jira.

Inisheetiiviin Biqiltuu Muduraa kaashoon nyaata namatiif ooluu sadarkaa hundatti babaldhisuun hojjatamaa jira.

Muduraan insheetiivii kaashoo Ganda Ellelaan Ababuu fi Ganda Gaalloo Hirapheetti dhaabame kunuffama jira.

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiis...
03/09/2026

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa mana maree 14ffaa bara 2018tii geggeeffamuun eegalee.

Karoorrii of danda'uu bara 2019 mana maree Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Obbo Fayyisa Gariyyootiin dhiyyataa jira.

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiis...
03/09/2026

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa mana maree 14ffaa bara 2018tii geggeeffamuun eegalee.

Karoorrii of danda'uu bara 2019 mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Pireezidanti Mana murtii Aanichaa Obbo Fira'ol Fayyisaatiin dhiyyataa jira.

Manni Maree Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa mana maree 14ffaa bara 2018 Taa'aa jiruun ...
03/09/2026

Manni Maree Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa mana maree 14ffaa bara 2018 Taa'aa jiruun Fiixee Baajataa Bara 2019 Qarshii Biliyoona 1,540421893 Raggaasisuuf jedhame..

Hagayya 28,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Manni maree Aanaa Yaa'ii Ariifachiisaa 1ffaa mana maree 14ffaa bara 2018tii geggeeffamuun eegalee.

Yaa'ii Ariiffachiisaa 1ffaa mana maree Aanaa irratti haasawa baniinsa kabajamoo Af-yaa'ii taasifame.

Yaa'iichaa kananis Karoorrii of danda'uu seekteroota Aanaa,mana Murtii Aanichaa fi fiixee baajata bara 2019 mana maree Aanaatiif dhiyyatee ni raggasifama jedhame eeggama.

03/09/2026
02/09/2026

Aadaa duudha ofi cimsuuf Aadaa keenya kabajuun hundaa ol barbaachisaadhaa.Kanaaf Simannaa Ayyaana birraa Tirrii,Faaruu,Shubbisaa fi Ragadaan kabajama jira.

02/09/2026

Uleen Abbaa Gadaa ,Siinqeen,Uffatni,Kabalaa Hayaatni duudhaa kaleessaa fi agarsiiftuu Oromoo Ganamaati.

Address

Batu
Ziway

Telephone

+251985868435

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adami Tullu Woreda Communication Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Adami Tullu Woreda Communication Office:

Shortcuts

Share