Badhaadhina Booranaa Aanaa Mooyyalee

Badhaadhina Booranaa Aanaa Mooyyalee Maatii Badhaadhinaa

04/06/2026
Gurmaa'insaa Cimaa Paartii Cimaaf Waltajjiin idilee koree  hoggansaa paartii gaggeefamee jira.====≠=====================...
03/06/2026

Gurmaa'insaa Cimaa Paartii Cimaaf

Waltajjiin idilee koree hoggansaa paartii gaggeefamee jira.
====≠=========================

Caamsaa 26/8/2018 Godinaa Booraanaa Aanaa Mooyyaleetti waltajjiin idilee koree hoggansaa paartii gaggeefamee jira .

Waltajjii kanan xinxalaa haala waligalaa filannoo aanaa Raawwii hojii Paartii, Xiinxala haala Nageenyaa, fi haala Raawwii hojii Waliigalaa ergaa ilaaleen booda ciminnaa Itti fufsiisuudhaan bakkaa hanqinnii jirutti cimanii hojjachuu akka qabanii fi xumura irrattii kallattiin fuula duraa kaa'anii jiru
!

Muummee Ministera Doctor Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiitiif Godina Booranaa Magaalaa Yaaballoo galan.Dr. Abiyyi wayitii ...
27/05/2026

Muummee Ministera Doctor Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiitiif Godina Booranaa Magaalaa Yaaballoo galan.

Dr. Abiyyi wayitii Magaalaa Yaaballoo gahanitti simannaan hoo’aan ummataaf taasifameef jira.

26/05/2026
Mootummaan gaaffiifi fedhii misoomaa hawaasaa guutuuf waadaa Uummataaf gale dhugoomsaa jira.Godina Booranaa Aanaa Mooyya...
26/05/2026

Mootummaan gaaffiifi fedhii misoomaa hawaasaa guutuuf waadaa Uummataaf gale dhugoomsaa jira.

Godina Booranaa Aanaa Mooyyaleetti Pirojektiin Ijaarsa qa'a caamee qarshii Mil.67.7 oliin ijaaramaa turee xumuramuun tajaajilaaf banaa taasifame jira.

26/05/2026

Address

Moyale
MOYALE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Booranaa Aanaa Mooyyalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share