Tokkummaan humna

Tokkummaan humna Sagantaa isportii afaan oromoo

π‡π€ππ’πˆ π…π‹πˆπ‚πŠ ammas irra deebinwaancaa masaanuu isaani Real Madrid C.F. Harkaa fuudhate πŸ†πŸ”« carraan leenjisaa Madrid maal t...
11/01/2026

π‡π€ππ’πˆ π…π‹πˆπ‚πŠ ammas irra deebinwaancaa masaanuu isaani Real Madrid C.F. Harkaa fuudhate πŸ†πŸ”« carraan leenjisaa Madrid maal taha?

πŸ†•πŸ† Supercopa de EspaΓ±a 2026
πŸ† Supercopa de EspaΓ±a
πŸ† DFB Pokal
πŸ† Champions League
πŸ† UEFA Super Cup
πŸ† DFL Supercup
πŸ† FIFA Club World Cup
πŸ† Copa del Rey

Bara hojii isaa keessatti yeroo 8 marsaa xumuraatif dabre 8nu Ni injifate . πŸ’―

05/07/2025

Kadiir maal jechaa jirta😎namni waan Isin jettan beeku nama bofa qaluu beeku jettee

28/05/2025

Maqaa Faarse Bulaan bakka sadditti qoodama je’e Jawar… 1. AMANAA - 2. NYAATAA - 3. ABDATAA

β€˜NYAATAAn’ sirnicha haa faarsuu malee mormituu abaarutti kan hin hin deemne yoo ta’u, β€˜ABDATAAn’ garuu saffisaan jaalatamee faaydaatti bahuuf jecha faaruufi arrabas walfaana xiicha. πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

20/05/2025

Kan hiitan hiikaa
Gaafii haakimootaa duuba Kan jiru ~~beela

04/02/2025

Warri laga xaafoo fi burrayyun teenya je'e galmaa ture kan boodarra ganame hawaasni keenya kan baha oromiyaa tokko eessa jira Lafti teessan lafee teessan erga taatee lafa teessaniif falmadhaa waggaa dhufaa dabraa boohicha ummata rabbi boohichumaaf uume
Taanii nurraa dhiisaa lafti ta abbaa irra jiraatetiiፒ

  for bate urgeessa
11/04/2024

for bate urgeessa

Qaawa jiru duuchudha malee laffaatii qabsaa'ota keenyaa dhabamsiisun gonkuma hin tahu!Maqaa ofii yaamsisuuf maqaa namaa ...
02/02/2024

Qaawa jiru duuchudha malee laffaatii qabsaa'ota keenyaa dhabamsiisun gonkuma hin tahu!

Maqaa ofii yaamsisuuf maqaa namaa hin awwaalun aad-maleedha.

Mee ta biraa haa haftu namni khuullee tanaan gad dhufe osoo oromoo kutaa biraa taatee akkuma har'a nama waan kanaan gad dhufe deeggartu kanatti deeggarta moo, dura dhaabbatta? Dhugaan ni hayyamtaa laffaatii sheikh mohammed Rashad abdulle fi dr haylee fidaa faa? Yeroo hunda nama haqa bira dhaabbatu nu haa godhu

I do appreciate all what you have done for our people galatoomi

Bocni kee akkuma boca sheik bakrii saphaloo Gola seenaa keessatti hiriiree taa'a malee hojirraa ooluf bu'aa isarra miidhaa isaatu caala natti fakkaataπŸ™

16/12/2023

Maal jechuudha πŸ˜‚

I have reached 1.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰
18/10/2023

I have reached 1.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰

Address

Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaan humna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Tokkummaan humna:

Share