01/12/2021
የኢትዮጵያ ሕዝብ በሁሉም መስክ ተባብሮ ሲነሣ ውጤቱ ድል ነው። በግንባር፣ በዲፕሎማሲ፣ በኢኮኖሚ፣ በኮሙኒኬሽን፣ በስንቅ ዝግጅት፣ ዘማች በመከባከብ፣ ጸጥታ በማስከበር፣ተፈናቃዮችን በመደገፍ. በሁሉም ግንባሮች ለዘመታችሁ ሁሉ እንኳን ደስ አላችሁ!
Uummanni Itoophiyaa gama hundaan tumsee yoo ka'e bu'aansaa injifannoodha. Warri gama addawwan waraanaatiin, dippiloomaasiidhaan, dinagdeedhaan, koominikeeshinii, galaa qopheessuu, warra duulan kunuunsuu, nageenya kabachiisuufi buqqaatota deeggaruudhaan duultan hundi baga gammaddani!