Safiina jamaal

Safiina jamaal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Safiina jamaal, tabuk saudi Arabians, Tabuk.

29/04/2022

oromummaa ke shakkiin

05/01/2022

Gabroofattoonni nafxanyaa lafaa oromoo qofaa samani hin dhiifnee seenaa oromoollee saamaan. Hayyoota oromoo qofaa nyaatani hin dhiifnee dhala hayyootaas nyaataan.

Wal ha barruu  Fayadama fb amantiiko waliin fayadama. Amantikorraa fbn adda nan baasuu.
02/01/2022

Wal ha barruu
Fayadama fb amantiiko waliin fayadama. Amantikorraa fbn adda nan baasuu.

28/12/2021

Hattuun kami hachisiftuun ho? Hattuu eennu ijaaree ? Shumallis abdiisa har'a hattu jedhame eegduu baattu kootii abii ahmed hinturree?
Araarsaa mardaasa gaaf jaccaluun ajeefamee abii ahmed gabbayee prlama irratti hin galateeffanne hogansaa cimaa badhadhinni barbaadu jeleraal ararsa mardaasa hin jenne. Kunniin hattu tahee abiin akkamiin qulqullu tahee?

Oromoon ajaanda opdo itti dhiisee sirnocha buqqisuu qabaa.

Namni tim lammaa buqqisee balleesse oromiyaa keessa
Ajajaa abiitin shumillis hin dalaynee ? Tolee shumaliisiin qaruuma kan shumaanif tim lammaa akka dhabamsiisuufi.
Dhabamsiisee itti milkaayee

Amma ammo tim shumallis dhabamsiisuuf tim taayyee umaamee jiraa.
Hunduu akkanumatti wal faana dhabamtu. Oromiyaan ilmaan haqaatin warra bosonaa falmaa jiraanifi warra mana hidhaa jiraaniin ni bilisoomtii.

23/11/2021

lolli xumuramee hidhamtoota siyaasa irra ija buqifatinaa.
nafxanyaan ija nujaamsuuf waan gochuu dandeessu hunda gochuufi. oromoon raftani jirtuu dammaqaa ,

09/10/2021

fedhako dangeessuf eenyullee mirga qabu

Address

Tabuk Saudi Arabians
Tabuk

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Safiina jamaal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share