Odaa Tarbii

Directions

Odaa Tarbii Account belongs to personal blogger

Injifannoo Adoolessa 20/2026 WBOn zoonii lixaa cibraa Amaana Jaal Moyii godiina Wallaga bahaa Aanaa leeqaa dullachaa gan...
07/20/2026

Injifannoo Adoolessa 20/2026

WBOn zoonii lixaa cibraa Amaana Jaal Moyii godiina Wallaga bahaa Aanaa leeqaa dullachaa ganda Ambaltaa Guddaa fi Ambaltaa xiqaatti tarkaanfii fudhateen injiifannoon golaaberraa]
Injifannoo Adoolessa 20/2026

WBOn zoonii lixaa cibraa Amaana Jaal Moyii godiina Wallaga bahaa Aanaa leeqaa dullachaa ganda Ambaltaa Guddaa fi Ambaltaa xiqaatti tarkaanfii fudhateen injiifannoon golaaberraa

Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024, [7/19/26, 11:19 PM][ Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024 ][🖼 Adoolessa...
07/19/2026

Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024, [7/19/26, 11:19 PM]
[ Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024 ]
[🖼 Adoolessa 19/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo.

Mooraan muummee WBO Zoonii Lixaa kaadhimamtoota barnoota waraanaa fi siyaasaa kennaafii ture harr'a eebbisiisee jira.

Jaarmiyaan ykn dhaabni tokko jira jechuu irra darbee eenyummaa jiraachuu isaa kan ittiin mirkaneessu kaayyoo fi akeeka dabalatee tarsiimoo hojii qabu san irratti hojii idilee isaa karaa hundumaan itti fufsiisuu isaan ta'a
Hundumtuu baga gammaddan!
Mooraan corroqa.
Itti fufa.]
Adoolessa 19/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo.

Mooraan muummee WBO Zoonii Lixaa kaadhimamtoota barnoota waraanaa fi siyaasaa kennaafii ture harr'a eebbisiisee jira.

Jaarmiyaan ykn dhaabni tokko jira jechuu irra darbee eenyummaa jiraachuu isaa kan ittiin mirkaneessu kaayyoo fi akeeka dabalatee tarsiimoo hojii qabu san irratti hojii idilee isaa karaa hundumaan itti fufsiisuu isaan ta'a
Hundumtuu baga gammaddan!
Mooraan corroqa.
Itti fufa.

Meeshaa ammayya'aa caalaa sammuu injifannoo qabnutii amaane gara dirree seenee wbon oromiyaan biyya!
07/19/2026

Meeshaa ammayya'aa caalaa sammuu injifannoo qabnutii amaane gara dirree seenee wbon
oromiyaan biyya!

Address

Golden Valley, MN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Tarbii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category