Famii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Famii, Library, Dr Famii yé Oromo lej, Jermyn, PA.

Jawar Mohammed filannoo bara dhufu geggeeffamurratti akka hirmaatu beeksise. Paartii kam jalatti, bifa kamiin fi sadarka...
11/18/2019

Jawar Mohammed filannoo bara dhufu geggeeffamurratti akka hirmaatu beeksise. Paartii kam jalatti, bifa kamiin fi sadarkaa kamitti akka hirmaatu yeroo dhiyootti akka ifoomsu dubbatee jira. Haasaa Minisootaatti halkan kana taasiseen;
~
"Oromummaan ittiin saalfannu hin jiru, Oromiyaan dabarsinee kenninus hin jiru. Seenaa boonsaa qabna. Dharatu nurratti hojjetame malee dhara namarratti hin hojjenne. Daangaatu nutti darbame malee nuti daangaa namatti hin darbine. Dhugaa keenyatu awwaalame malee kan ormaa hin tuqne. Dhugaa Oromoo, fedhii Oromoo, dantaa Oromoo, kaayyoo Oromoo, dhugaa qabsaawota Oromoo waltajjii kamirrattuu, afaan kamiinuu, abbaa fedhe fuuldurattuu falmachuu qabna. Wanti waadaa isiniif gallu; filannoo dhufurratti korojoon Oromoo hin hatamu, dhugaan Oromoo hin awwaalamu, seenaan Oromoos hin xuraa'u. Oromiyaarratti nama Oromoon filate malee kan korojoo hatu, kan alagaan ergatu, kan alagaa shelleqatu hin filatamu. Kanaaf tarsimoo lafa kaawwanneerra, ittis qophoofneerra. Filannoo kanattis akka 'gulliitii' shunkurtaatti qoqqoodamnee hin seennu. Dr Mararaanis, Daawud Ibsaas, Kamaal Galchuus kanarratti ejjennoo wal fakkaataa qabu. Shakkiin hin jiru" jedheera.

God bless you My brother Jawar Mohammed. Jawaar Mohammed the next Prime minister of Ethiopia.   Yoo waaqni jedhe, filann...
11/18/2019

God bless you My brother Jawar Mohammed. Jawaar Mohammed the next Prime minister of Ethiopia.

Yoo waaqni jedhe, filannoo tana booda duuti dhala Oromoo irraa, ni dhaabbatti jennee abdanna. Ummanni Oromoo xiqqaa fi guddaan Jawaar waliin akka dhaabbatan abdii qabna.

Dhaloota barsiifachuu jechuun akkana! Dhala sabni ittiin mataa ol qabatu. Kan diinni ittiin mataa gad qabatu.

👉🏻Enyuttu Jawee Jeeqa Qeerroo fi Qaarree Marsee Eegaa !Like fi Share itti robsina
11/18/2019

👉🏻Enyuttu Jawee Jeeqa Qeerroo fi Qaarree Marsee Eegaa !
Like fi Share itti robsina

01/22/2019

Dhugan jiruu kanuma

01/22/2019

Tallii waagaaf

01/22/2019

😍😍

01/21/2019
Itti mudii
01/21/2019

Itti mudii

01/20/2019

Abiy esa jira hhhhh

01/19/2019

Oromo music

01/19/2019

Simmannaa J/A/ umar suleyma irratti😭😭😭
Wayii wan dinnii nuu godhe hin daganu yomilee

01/18/2019

Godinaa Arsii iddoo dhaloota jawaar Mohammed

Jawar har’a harmee isa waliin iddoo itti dhalate jira . Simannaa goota godhameefii jira.

Address

Dr Famii Yé Oromo Lej
Jermyn, PA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Famii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category