Odaa Tarbii

Odaa Tarbii international Spokesperson to Oromia Liberation Army

hogganaan keenya qabsoof duubatti hin deebi'u
03/21/2026

hogganaan keenya qabsoof duubatti hin deebi'u

05/05/2025

Dhiheenya kana Gootichi War**nni Bilisummaa Oromoo Zoonii Horo Gudru Welegaa keessatti duula bal’aa faannoo irratti eegale , diinni RIB humna guddaadhaan Campii bahuun oddeffannoo faanno rukutamaa jirachuu bekkee dafee dhaqabeef jiraa humni ittisaa duubaan dhukaasa W*B*O irratti banuun akkaa ofdubba deebiin godhe jira, waraanni keenya garuu faashistoota gahaa ol injifachuu waan danda’eef duubatti deebi’uuf dirqamne. Ummanni keenya zoonii keessa jiru irra caalaan isaa gocha kana argee jira. Tarkaanfii kana keessatti Addi Bilisummaa Oromoo GuleleAbdisaa fi Mosisa dursaa akka turan namuu hubate jennee amanna.....

Eebila 19-2025 Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat irraa loltuun sirnichaa namni 4 fedhiin gara Waraana Bilisummaa Oromootti...
04/19/2025

Eebila 19-2025 Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat irraa loltuun sirnichaa namni 4 fedhiin gara Waraana Bilisummaa Oromootti harka kennataniiru.
Gama meeshaan:
✍️Snapera 1
✍️AKM 4
✍️ Hidhannoo 4 guutuu
✍️Boombii 4
✍️Rasaasa AKM fi BKM moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii ta'ee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Oduu Gaddaa: Raayyaan Ittisa Biyyaa miseensa   marii Taanzaaniyaa irratti hirmaate ajjeesuu ibseRaayyaan Ittisa Biyyaa  ...
04/09/2025

Oduu Gaddaa: Raayyaan Ittisa Biyyaa miseensa marii Taanzaaniyaa irratti hirmaate ajjeesuu ibse

Raayyaan Ittisa Biyyaa miseensa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Shoddee jedhamuun beekamu, “harka mirgaa” Ajajaa WBO Kumsaa Diribaa ykn Jaal Marroo ta’uu himamee fi qaama jila garee kanaa ta’ee marii Daar es Salaam, irratti hirmaate “ajjeesuu” beeksise.

Raayyaan Ittisa Biyyaa Shoddeen “bosona keessaa bahee” marii Daar es Salaam irratti erga hirmaate booda yeroo deebi’u “ajajaa godinaalee Wallaggaa ta’uun Jaal Marroon muudamuu” ibse. Haa ta'u malee, bakka bu’aan WBO marii kanarratti hirmaatan Shoddeen ''itti gaafatamaa tika Jaal Marroo

12/17/2024

Kaaba oromiyaa walloo

!!!
Har'a faannoon kaarra Qoriitti karaa cuftee jirti. Konkolaataa irraa gara deemu sadi deebi'ee jira. Ummanni keenya akka karaa san hin deemne.

Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa marsaa 2ffaa ka'uun ifoomera. Guraandhala 2,2024 Diddaa Uummataa Labsii Lagan...
02/03/2024

Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa marsaa 2ffaa ka'uun ifoomera.

Guraandhala 2,2024 Diddaa Uummataa Labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa marsaa 2ffaa Dilbata Amajjii 28,2024 sa'a 12:00 irraa ka'ee sirna cunqursaa PP irratti waamame ka'uu Qeerroon Bilisummaa Oromoo beeksise.

Akka ibsi Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa har'a Guraandhala 2 waaree booda ba'e agarsisutti labsiin kun galgala kana sa'a 12:00 irratti xumura argachuun bor ganama irraa ka'ee uummatni hojii idilee isaatti akka deebi'u ifoomeera.

Labsii kana keessatti midhaan,loon, hoolaa, re'ee fi Lukkuu gara magaalaa Finfinneetti fe'uun kan hin danda'amne yoo ta'u,Finfinnee irraa garuu Oromiyaatti konkolaataan dhorkaa tokko malee hojjechuu akka danda'u ibsichi ni addeessa.

Address

482 Trymore Road
Minneapolis, MN
55403

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Tarbii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Odaa Tarbii:

Share

Category