11/03/2022
🚩[[As wr wb]]nama dalgaa gaarii hawaasa Muslima fayyadu tokko namatti garsiise rabbiin karaa jannata isatti garsiisa je'an Ergamaa Rabbi۞ﷺ۞ gochuun
Obbolleewwaan keessaan keeyrittii shaarakaa
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯﷽⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Guyyaa Tokko Namtichaa Tokkootu Gamaa Ergamaa Rabbii{۞ﷺ۞} Dhufee Akkana Jedhen Yaa Ergamaa Rabbii Ani Islaama Tayen Jiraa Garuu Hanqina Imaanaa Fii Yaqiinaa Qaba Saniifuu Imaanaa Fii Yaqiinni Koo Akka Naa Dabalamuufiin Gara Kessan Dhufe Jedhe Ergamaan Rabbii{۞ﷺ۞}Namtichan Imaanaa Fii Yaqiinni Kee Akkamitti Siif Dabalamu Dandaya Mee Atii Nutti Hiimi Waan Feete Jedhaniin
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Namtichaan Akkana Jedhen Yaa Ergamaa Rabbii Mee Muka Lafarraa Biqilee Fulduraa Keenya Dhaabbata Jiru Kana Koottu Jedhaati Waamaa,Waamicha Keessan Dhagayee Yoo Kan Isinitti Dhufu Taaye Dhugumaan Isiin Ergamaa Rabbiitii,۞ﷺ۞ Rabbi Birahi Nutti Ergamtani Dhuftanitti Beeken Akkasin Imaana Fii Yaqiinni Kolle Naf Dabala Jedhe Yero Kana Ergamaan Rabbii {۞ﷺ۞} Akkana Jedhaniin
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Me Atumtii Deemitii Mukicha Saniin Ergamaan Rabbii ۞ﷺ۞Si Waaman Jedhi Itti Himi Jedhanin Namtichii Rifateetuma Gara Mukichaa Deemee Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Si Waamanii Ajaaja Isaanii Godhii Jedhen Yero Kana Mukichi Waamicha Ergamaa Rabbii Dhagahee Gara Mirgaa Fi Bitaa Ciisee Hundee Isaa Lafarraa Buqqaasee Bakka Ergamaan Rabbi{۞ﷺ۞} Taa'uutti Jiran Dhufee
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳 Assalamu'aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Lebbayk Yaa Rāsūūlullaah ۞ﷺ۞ Jedhen.Namtichan Yero Argu Naa Gahe Naa Gahe Jedha Akkasiin Ergamaa Rabbii ۞ﷺ۞Tayuu Isaanii Amanee Imaanaa Fiii Yaqiinni Isaa Dabalate Akkasitti Isaan Biraa Deeme Subnaallah.
اللهمَّ صلِّ على سيِّدنا محمَّد وعلى آلِه وصحبِه وسلِّم
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Ahbaabi Fillah Kuniis Raaji Rāsūūlli۞ﷺ۞ Kessaatii Raaji Ergaama Kenyaa Baratun