31/08/2026
***************************************
Naannoo Tigraayitti Wardiyyaan Baankii Anbessa kan Tahe Seyfuu Yesfaayee Nama Umriidhan Guddaa Tahe Yoo Gad Xiqqaate Waggaa Torbaa Ol kan Baankii san Eegaa Ture Qormaata Biyyoolessaa Bara Kanaa 320 Galmeessun Qabxiin Isaa Akka Gara University Erga Dabarseen Booda
Namni Kun Nama Barnootarraa Abdii Kutee Hin Beekne waan Taheef Akkasuma Umriin Barnoota ta waan Hin Daangessuneef Baankichi Inni Eegaa Ture waan Hundaa Akka Irraa Cufee Barsiisu Akkasumas Mallaqni Mindaa isaatis Akka Irraa Hin Dhaabbanne Himaama.
Ammas University Fixee Yeroo Eebbifame Bankichi Akka Dalagaa Kennuuf Waadaa Galeef.
Umriin Barnoonni Hin Daangeffamu Kutannoofii Murannoon Jiraannan.
Abdirahmaan Suruur Umar