Dhoksi basi

Dhoksi basi A

18/09/2022

As wr wb

31/08/2022

SIN_BAASU

🎼Shan jijjiiruun ittoo hin
Mi,eessu gullichaani
Garaan taanan hin tahu
Taha jalalaani wal mariin
Tollaani.

🎼Waliin horret shantama
Yaafnaadha an kan
Eege shan bubbulteet
Shantama taata yomin
Beeke an jaalataan kee.

13/08/2022
 .Haadha kooMee maal siin haa jedhu laataOfii dhiiftee anaaf ciniqamtaaHarmee koo ati naaf jennataa.Nuuf dheeressi rabbi...
12/08/2022

.
Haadha koo
Mee maal siin haa jedhu laata
Ofii dhiiftee anaaf ciniqamtaa
Harmee koo ati naaf jennataa.

Nuuf dheeressi rabbii
Umrii haadha keenyaa
Kann waan hundaa caaltu
Haati ofii qabeenyaa.

12/08/2022
12/08/2022

Salawaata buusi
Ergamaa Rabbiirratti
Sallallaahu alayihi wossallam ☪☪

As wr wb salawata busa
23/06/2022

As wr wb salawata busa

Address

Allah
Mukalla
SANA.A

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhoksi basi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share